Biiroo Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa

Biiroo Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa
Oromia Job Creation and Vocational Bureau
 

0
PTK
0
kollejjii
0
Dhaabbata leenjii
0
Wiirtuu Kenniinsa Tajaajila

Tajaajiloota keenya

Leenjii Teeknikaafi ogummaa

sirna leenjii qorannoo fedhii gabaa hojii irratti hundaa’ee, sadarkaa ogummaa (OS) industiriin qopha’ee irratti humna namaa gabaan hojii barbaadu baay’inaa fi qulqullinaanan leenjisuun ogeessa beekumsa, dandeetii fi ilaalcha gaarii (Knowledge, Skill and Attitude) qabaatee gabaa keessatti dorgomaa ta’e dhiyeessa.

Paakeejii Deggersaa

Intarpiraayizoota hojii keessa galan itti fufinsaan dorgomaa akka ta’aniif deggersa dhiyeessii Faayinasii, iddoo oomishaa fi gurgurtaa, walitti hidhamiinsa gabaa fi meeshaalee kaappitaalaa ni taasisa.


Tajaajila Ekisteenshinii Industirii

Teeknooloojii bu’aa qabeessa kuusuu fi intarpiraayizootaaf ceesisuu, hojimaata foyyaa’insa fi qulqullina intarpiraayizoota keessatti diriirsuu, Aadaa hojii uummachuu lammilee guddisuu fi Teeknooloojii filatamaa 100% waraabuu, foyyeessuu fi kalaquun intarpiraayizootni kaapitaala akka horatan ni taasisa.

Hojii uumuu

pootenshaala hojii naannoo keenya keessati argamu adda baasuun lammiileen ogummaa horatan waldaa IMX’n irraatti gurma’anii akka hojjeetan taasisa.