Biiroo Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa

Biiroo Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa
Oromia Job Creation and Vocational Bureau

Biiroo Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa

Biiroon Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa Labsii qaama raawwachiistuu Mootummaa Naannoo Oromiyaa irra deebiin gurmeessuuf bara 2014 Caffee naannichaatiin baheen kan hundeeffamedha. Biirichi sadarkaa naannootti dameewwan ijoo afurii fi   deeggarsa tokkoon kan hundaa’e yoo ta’u caasaan isaa hanga sadarkaa wiirtuu kenniinsa tajaajila iddoo tokkootti kan deemuudha.