Biiroo Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa

Biiroo Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Oromiyaa
Oromia Job Creation and Vocational Bureau

Ergama/mission

Naannoo Oromiyaa keessatti aadaa hojii biizinasii dagaagsuu, naqataaleefi teeknoloojiin deeggaruu fi kalaqa jajjabeessuun gahumsaafi bu’a qabeessummaa intarpiraayizii maayikiroo, xixiqqaa fi giddugaleessaa milkeessuu.

Mul'ata/Vision

Bara 2022’tti Oromiyaa keessatti aadaa hojii biizinasii dagaageen misoomni IMXG carraa hojii bal’aa fi itti fufiinsa qabu uumuu fi bu’uura industirii ta’uu keessatti gahee qabu guddatee arguu.

Toora xiyyeeffannoo/Strategic themes

  • Hojii dhabdootaaf Carraa Hojii bal’aa uumuu
  • Qulqullinaa fi gahumsa leenjii mirkaneessuu
  • Kalaqaa fi Misooma Teeknoloojii