Manneen jireenyaa baadiyyaa ammayyaa’oon kumni 50 bara 2015’tti ni ijaaramu jedhame.
Inisheetiivii manneen jireenyaa baadiyyaa ammayyeessuu Mootummaa Naannoo Oromiyaan eegalame akkaataa milkeessuun danda’amu irratti qooda fudhattoota waliin Magaalaa Adaamaatti mari’atamaa jira.