Mo’attoota Dorgommii Dandeettii Ogummaa, Kalaqa Teekinooloojii, Qorannoof Qo’annoofi Intarpiruunershiippiitiif badhaasaafi beekamtiin kenname.
Dorgomtoota dorgommii dandeettii ogummaa, kalaqa teekinooloojii, qorannoof qo’annoofi intarpiruunarshiippii marsaa 4ffaaf sadarkaa naannootti mataduree “Dambalii Ogummaa Badhaadhina Oromiyaaf!” jedhuun gaggeeffamerratti mo’ataniif sagantaan badhaasaafi beekamtii kennuu magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamaa jira. Saganticharrattis Pirezidaantiin Mana








