Ergama, Mul’ata, Dudhaa
Ergama/mission
Naannoo Oromiyaa keessatti aadaa hojii biizinasii dagaagsuu, naqataaleefi teeknoloojiin deeggaruu fi kalaqa jajjabeessuun gahumsaafi bu’a qabeessummaa intarpiraayizii maayikiroo, xixiqqaa fi giddugaleessaa milkeessuu.
Mul'ata/Vision
Bara 2022’tti Oromiyaa keessatti aadaa hojii biizinasii dagaageen misoomni IMXG carraa hojii bal’aa fi itti fufiinsa qabu uumuu fi bu’uura industirii ta’uu keessatti gahee qabu guddatee arguu.
Toora xiyyeeffannoo/Strategic themes
- Hojii dhabdootaaf Carraa Hojii bal’aa uumuu
- Qulqullinaa fi gahumsa leenjii mirkaneessuu
- Kalaqaa fi Misooma Teeknoloojii