{"id":109,"date":"2022-03-22T12:29:39","date_gmt":"2022-03-22T12:29:39","guid":{"rendered":"http:\/\/localhost\/bchuoo\/?page_id=109"},"modified":"2022-08-16T08:00:20","modified_gmt":"2022-08-16T08:00:20","slug":"power-and-duties","status":"publish","type":"page","link":"https:\/\/ojocv.gov.et\/?page_id=109","title":{"rendered":"Angoofi gahee"},"content":{"rendered":"\t\t<div data-elementor-type=\"wp-page\" data-elementor-id=\"109\" class=\"elementor elementor-109\">\n\t\t\t\t<div class=\"elementor-element elementor-element-9247c8b e-con-full e-flex e-con e-parent\" data-id=\"9247c8b\" data-element_type=\"container\" data-e-type=\"container\">\n\t\t<div class=\"elementor-element elementor-element-64f272a e-con-full e-flex e-con e-child\" data-id=\"64f272a\" data-element_type=\"container\" data-e-type=\"container\">\n\t\t\t\t<div class=\"elementor-element elementor-element-318024b elementor-widget elementor-widget-heading\" data-id=\"318024b\" data-element_type=\"widget\" data-e-type=\"widget\" data-widget_type=\"heading.default\">\n\t\t\t\t<div class=\"elementor-widget-container\">\n\t\t\t\t\t<h2 class=\"elementor-heading-title elementor-size-default\">Angoo fi gahee mana hojichaa<\/h2>\t\t\t\t<\/div>\n\t\t\t\t<\/div>\n\t\t\t\t<\/div>\n\t\t\t\t<\/div>\n\t\t<div class=\"elementor-element elementor-element-5cb0469 e-con-full e-flex e-con e-parent\" data-id=\"5cb0469\" data-element_type=\"container\" data-e-type=\"container\">\n\t\t<div class=\"elementor-element elementor-element-42e7ee1 e-con-full e-flex e-con e-child\" data-id=\"42e7ee1\" data-element_type=\"container\" data-e-type=\"container\">\n\t\t\t\t<div class=\"elementor-element elementor-element-6fbfa0e elementor-widget elementor-widget-text-editor\" data-id=\"6fbfa0e\" data-element_type=\"widget\" data-e-type=\"widget\" data-widget_type=\"text-editor.default\">\n\t\t\t\t<div class=\"elementor-widget-container\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t<ul><li><strong>\u00a0<\/strong>Misooma interpiraayizoota maa\u00adyikiroo, xixiqqaa fi giddugalees\u00adsaa damee maanufaakchariingii irrat\u00adti kutaalee hawaasaa bobba\u2019an ni deeggara; carraa hojii naannicha keessatti akka uumamu ni taasisa; ni deeggara; ni to\u2019ata;<\/li><li>Hojii dhabeeyyii naannichaa hojii uummachuu ir\u00adratti bal\u2019inaan akka bobba\u2019an hubannoo ni uuma; deeggarsa leenjii, iddoo hojii, liqii, walitti hidhami\u00adinsa gabaa, gorsaafi odeeffannoo akka argatan haala ni mijeessa;<\/li><li>Interpiraayizoota maayikiroo fi xixiqqaa seektara adda addaa ak\u00adkasumas interpiraayizoota xix\u00adiqqaafi giddugaleessa seektara maanufaakchariingii dorgomaa, guddina itti fufiinsa qabuufi misooma industiriitiif bu\u2019uura cimaa akka buusuu danda\u2019aniif paakeejii deeggarsaa ni qopheessa; ni qindeessa; ni raaw\u00adwachiisa; hojiirra oolmaa isaa ni hordofa;<\/li><li>Naannicha keessatti carraa ho\u00adjii uumuufi interpiraayizoota maayikiroofi xixiqqaa adda add\u00adaafi interpiraayizoota xixiqqaa\u00adfi giddugaleessaa damee maan\u00adufaakchariingiitiif dhimmoota misoomaafi dorgomtummaa isaanii irratti hudhaa ta\u2019an qo\u2019an\u00adnoon adda baasee furmaata ni kenna;<\/li><li>Naannicha keessatti qaamol\u00adee fi dhaabbilee sadarkaa sadarkaan hojiilee misooma interpiraayizotaa gargaaraniifi qindeessan paakeejii deeggarsa dandeettii raawwachissummaa isaanii cim\u00adsu ni qopheessa; ni raawwata; ni raawwachiisa;<\/li><li>Saxaxa sonaa dabaluuf kan gar\u00adgaaran hordofuun misooma inter\u00adpiraayzoota maaykiroofi xixiqqaaf fedhii isaanii bu\u2019uura godhachuudhaan dhaab\u00adbilee deeggarsaa leenjii, faayinaan\u00adsii, teknolojiifi tajaajila gorsaa dhi\u00adyeessan ni qindeessa;<\/li><li>Ilaalcha dogoggoraa hojii uumuu irratti hawaasa keessatti mul\u2019atu jijjiiruuf sirna ittiin rakkinichi furamu ni qorata; qaama dhim\u00admi ilaaluuf dhiyeessuun yammuu mirkanaa\u2019u hojiirra oolmaa isaa ni hordofa; leenjiiwwan hubannoo uumuufi cimsuu danda\u2019an ni ken\u00adna; akka kennamu ni taasisa;<\/li><li>Interpiraayizoota maayikiroofi xixiqqaa damee isaaniitiin wal\u00addaadhaan akka gurmaa\u2019an deeg\u00adgaruudhaan walitti hidhamiinsa gabaa biyya keessaa irraa fayyada\u00admoo akka ta\u2019an ni deeggara;<\/li><li>Muuxannowwan gaggaarii industi\u00adriifi interpiraayizoota maayikiroofi xixiqqaa irratti jiran qo\u2019annoon adda baasuun qindeessuudhaan akka babal\u2019atan ni taasisa; kan\u00adneen wal fakkaatan waliin walitti hidhamiinsi akka jiraatu ni hojjata;<\/li><li>Gahee misooma interpiraayizoota maayikiroofi xixiqqaa akka gudda\u00adtuufi misoomni ariifachiisaan akka mirkanaa\u2019u, abbootiin qabeenyaa baay\u2019inaan akka horataman, qaama raawwattootaa misooma interpiraayizoota maa\u00adyikiroofi xixiqqaafi qooda fudhat\u00adtoota waliin ni hojjata;<\/li><li>Qabeenya uumamaa naannichaa misooma interpiraayizoota maa\u00adyikiroofi xixiqqaaf ooluu danda\u2019anii fi carraa hojii Naannicha keessa jiru adda baasuu irratti qaama dhimmi ilaalu waliin qorannoo ni gaggeessa; bu\u2019aa qorannichaa qaama dhimmi ilaaluuf ni dhiyeessa; yammuu hayyama\u00admu hojiirra akka oolu ni taasisa;<\/li><li>Lammiilee hojii dhabeeyyii naannichaa carraa hojii naannicha keessatti uumamuuf ak\u00adkaataa fedhii isaaniitiin, seera dal\u00addalaafi waldaa hojii gamtaa irratti hundaa\u2019uun dhuunfaan yookiin waldaadhaan ni gurmeessa; hayya\u00adma daldalaafi qaama seerummaa akka argatan ni taasisa;<\/li><li>Interpiraayizota maayikiroofi xix\u00adiqqaa eebbifamtoota Yunivarisitii, Koollejjoota, Koollejjoota Poolii\u00adteekinikaafi sadarkaa adda addaatti baratanii xumuraniifi akkasumas addaan kutanii hojii dhabeeyyii ta\u2019aniin hundeffamaniif dhaabbilee dhiyeessa faayinaansiifi dhiyeessa meeshaalee liizii waliin ta\u2019uun haa\u00adla tajaajilaa, liqii, maashiniifi tajaa\u00adjila ekisteenshinii guutuu itti argatan ni mijeessa;<\/li><li>Wiirtulee kenniinsa tajaajila iddoo tokkoo ni gurmeessa; ni cimsa; sirna fooyya\u2019aafi haaraa tajaajiloota si\u2019aay\u00adina qabu kennuu dandeessisu ni di\u00adriirsa; humna wiirtuulee ni ijaara;<\/li><li>Hojimaata interpiraayizonni maa\u00adyikiroofi xixiqqaa damee adda addaafi interpiraayizoota xixiqqa\u00adafi giddugaleessaa damee maan\u00adufaakchariingii itti galmaa\u2019an, gurmaa\u2019an, waraqaa ragaa qaama seerummaa itti argatan qaama dhimmi ilaalu waliin ni hojjata;<\/li><li>Interpiraayizoota maayikiroofi xixiqqaaf gorsa qabiinsa herregaa\u00adfi tajaajila odiitii akka argatan dee\u00adggarsa ni taasisa; herrega isaanii ni qorata; akka qoratamu ni taa\u00adsisa; raawwiifi qabiinsa qabeenya isaanii irratti hojii inispeekshinii ni gaggeessa; tarkaanfii sir\u00adreeffamaa ni fudhata;<\/li><li>Manni Maree carraa hojii uumuu sadarkaa hundatti akka hun\u00addeeffamu ni taasisa; hojii mana marichaa ni qindeessa; deeggarsa barbaachisaa ni kenna;<\/li><li>Interpiraayizii maayikiroofi xixiqqaa sadarkaa guddina isaanii eeguun gara jalqabaa, guddattuufi ga\u2019eessatti akka ce\u2019an ni taasisa; waraqaa ragaa ni kenna; ragaalee isaanii adda baas\u00adee ni qabata; deeggarsa sadarkaa isaa eeggate ni kenna;<\/li><li>Aadaa hojii hawaasaa foyyessuufi ogummaafi beekumsa naatoo walitti qabuun misoomsuuf akka tolu giddigala leenjii interpruunarshippiifi giddugala misooma industrii godoo (Cottage industry) ni hundeessa<\/li><\/ul>\t\t\t\t\t\t\t\t<\/div>\n\t\t\t\t<\/div>\n\t\t\t\t<\/div>\n\t\t<div class=\"elementor-element elementor-element-b4e0153 e-con-full e-flex e-con e-child\" data-id=\"b4e0153\" data-element_type=\"container\" data-e-type=\"container\">\n\t\t\t\t<div class=\"elementor-element elementor-element-fab5044 elementor-widget elementor-widget-text-editor\" data-id=\"fab5044\" data-element_type=\"widget\" data-e-type=\"widget\" data-widget_type=\"text-editor.default\">\n\t\t\t\t<div class=\"elementor-widget-container\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t<ul><li>Naannicha keessatti interpraayizotni manufakcharingii xixiqqa\u00adan fi giddugaleessaa akka babal\u2019ataniifi ce\u2019umsi diinag\u00addee gara industiriitti taasifamu akka saffisuuf ni hojjata; dhim\u00admoota misooma indastirii saffisi\u00adisuuf gargaaran qorachuun haa\u00adlawwan mijaawaan akka uumamu ni taasisa;<\/li><li>Gahumsaafi oomishtummaa misooma interpiraayizii manufakcharingii cimsuuf qaama dhimmi ilaalu waliin ni hojjata; humna namaa leenjii gid\u00addugaleessaa qabu akka argataniif haala ni mijeessa;\u00a0<\/li><li>Qaama dhimma qulqullinaafi istaandaardii oomishaalee ilaalu waliin ta\u2019uun interpiraayizoota qulqullina oomisha isaaniitiif waraqaa ragaa mirkaneessa sadarkaa qulqullina oomishaa akka argatan ni hojjata.<\/li><li>Kaawunsiliifi Boordiin barnoota leenjii teknikaafi ogummaa akka hundeeffamu haala ni mijeessa;<\/li><li>Imaammataa tarsiimoofi seerota jiran giddugaleessa godhachuun ulaagaa leenjifamtootni itti simat\u00adaman ni qopheessa; qaama hoji\u00adirra oolchuuf ni dabarsa; hojiirra oolmaa isaa ni hordofa;<\/li><li>Wiirtulee babal\u2019ina teknolojii baadiyyaafi dhaabbilee barnoota leenjii teeknikaafi ogummaa qin\u00addeessuun hojii misooma inter\u00adpiraayizii maayikiroofi xixiqqaa akka deeggaran ni taasisa;<\/li><li>Barnootni leenjii teknikaafi ogum\u00admaa haala guddina hawaas-di\u00adinagdeefi fedhii humna namaa leenji\u2019ee naannichi barbaaduun akka walsimu qo\u2019annoo fedhii gabaa hojii ni gaggeessa; leenjiin dhaabbilee barnootaa tekinikaa\u00adfi ogummaa dhaabbilee hunda keessatti kennamus fedhii gabaa irratti akka hundaa\u2019u ni taasisa; ni hordofa;<\/li><li>Qorannoo irratti hundaa\u2019uun kollejjonni barnoota leenjii teek\u00adnikaafi kollejjii poolii tekinikii fedhii humna nama leenji\u2019ee gab\u00adaa irratti barbaadamu irratti hun\u00addaa\u2019uun akka hundeeffaman ni taasisa; ni bulcha; gurmaa\u2019insaafi bulchiinsa isaanii ni fooyyessa;<\/li><li>Baajataafi qabeenyi kollejjota bar\u00adnoota leenjii teeknikaafi ogum\u00admaaf barbaachisu baajata Aa\u00adnaaleefi Bulchiinsa Magaalotaa irratti qabamee hojiirra akka oolu ni taasisa; raawwiin isaa qajeelfa\u00adma bahuun kan murtaa\u2019u ta\u2019a;<\/li><li>Sagantaaleen barnoota leenjii teeknikaafi ogummaa naannichaa sadarkaa gahumsaafi qulqullinaa biyyaalessaa eeggachuun gag\u00adgeeffamaa jiraachuu isaanii ni mir\u00adkaneessa; iddoo hanqinni jirutti tarkaanfii sirreeffamaa ni fudhata;<\/li><li>Qorannoo irratti hundaa\u2019uun dhaabbilee barnoota leenjii teknikaa, akkasumas sagantaalee leenjii haaraa ni bana; kanneen hin barbaachisne ni cufa;<\/li><li>Qorannoo leenjiin boodaa ni gaggeessaa; akka gaggeeffamu ni taasisa; bu\u2019aa qorannichaa irratti hundaa\u2019uun sirreeffama ni taasisa;<\/li><li>Sirna dhaabbileen barnoota leenjii teknikaafi ogummaa leenjii ken\u00adnan wiirtuu kalaqqiifi oomishaa hundeeffachuun galii keessaa mad\u00addisiisuun itti fayyadamuu danda\u2019an ni diriirsa; yammuu hayyamamu hojiirra akka oolu ni taasisa;<\/li><li>Abbootiin qabeenyaa, hawaasni, dhaabbileen mootummaafi miti mootummaa hojii barnoota leen\u00adjii teknikaafi ogummaa keessatti hubannoo akka argataniifi hir\u00admaachuu akka danda\u2019an haala ni mijeessa; tooftaa ni qopheessa;<\/li><li>Dhaabbilee barnoota leenjii teeknikaafi ogummaa mootummaa, dhuunfaa\u00adfi miti mootummaa ulaagaa guutan akka hundaa\u2019an hayyama ni kenna; istaandardii eeguu isaanii ni madaala; gorsa ogummaa ni kenna; hordoffiifi to\u2019annoo ni gaggeessa; tarkaanfii sirreeffamaa ni fudhata;<\/li><li>Industiriifi dhaabbilee tajaa\u00adjilaa qindeessuun barnootni leenjii teknikaafi ogummaa gocha irratti xiyyeeffatee akka kennamu ni taasisa; hojiirra oolmaa isaa ni hordofa;<\/li><li>Tarsiimoo interpiraayizii maa\u00adyikiroofi xixiqqaa hojiirra oolchuuf hojiin tajaajila ekisteenshinii industiriifi inter\u00adpiraayizii maayikiroofi xix\u00adiqqaa abbummaan ni hojjata; gurmaa\u2019ina kanaaf barbaachi\u00adsu sadarkaa naannootii kaasee hanga dhaabbilee barnootaa leenjii teeknikaafi ogummaatti ni qabaata;<\/li><li>Waldaalee interpiraayizii maa\u00adyikiroofi xixiqqaatiif leenjiifi deeggarsa ogummaa dandeettii isaanii cimsu ni kenna;<\/li><li>Dandeettiin leenjistootaa akka cimu hanqina jiru addaan baa\u00adsuun leenjii ni kenna; akka kennamu qaama dhimmi ilaa\u00adlu waliin ni hojjata; gahumsa isaanii madaaluun deeggarsa barbaachisaa ta\u2019e ni kenna;<\/li><li>Pirojektota adda addaa barnoo\u00adta leenjii teknikaafi ogummaa deeggaran ni qopheessa; hojiir\u00adra ni oolcha; hojiirra akka oolu ni taasisa.<\/li><li>Ogummaa fi beekumsa naatoo aadaafi duudhaa hawaasaa agarsiisan qoratee adda ni baasa; bifa uumama isaa eegeen waraabuun halaa sirna leenjii fi barnoota ogummaaf itti ooluun ni kurfeessa; teknolojii adda addaatiin deeggaruun akka qabamu, misoomuu fi kunuunfamu ni taasisa; faayidaa diinagdummaaf akka oolu ni hojjaata;<\/li><li>Leenjii fi ogummaan walqabatee namoota yaada yookiin kalaqa addaa qaban ni deeggara; ni leenjisa; yaadni yookiin kalaqni isaanii akka hojiirra oolu qaama dhimmi ilaalu waliin ni hojjata;<\/li><\/ul>\t\t\t\t\t\t\t\t<\/div>\n\t\t\t\t<\/div>\n\t\t\t\t<\/div>\n\t\t\t\t<\/div>\n\t\t<div class=\"elementor-element elementor-element-be54842 e-flex e-con-boxed e-con e-parent\" data-id=\"be54842\" data-element_type=\"container\" data-e-type=\"container\">\n\t\t\t\t\t<div class=\"e-con-inner\">\n\t\t\t\t\t<\/div>\n\t\t\t\t<\/div>\n\t\t\t\t<\/div>\n\t\t","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>Angoo fi gahee mana hojichaa \u00a0Misooma interpiraayizoota maa\u00adyikiroo, xixiqqaa fi giddugalees\u00adsaa damee maanufaakchariingii irrat\u00adti kutaalee hawaasaa bobba\u2019an ni deeggara; carraa hojii naannicha keessatti akka uumamu ni taasisa; ni deeggara; ni to\u2019ata; Hojii dhabeeyyii naannichaa hojii [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"parent":0,"menu_order":0,"comment_status":"closed","ping_status":"closed","template":"page-templates\/fullwidth.php","meta":{"footnotes":""},"class_list":["post-109","page","type-page","status-publish","hentry"],"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/ojocv.gov.et\/index.php?rest_route=\/wp\/v2\/pages\/109","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/ojocv.gov.et\/index.php?rest_route=\/wp\/v2\/pages"}],"about":[{"href":"https:\/\/ojocv.gov.et\/index.php?rest_route=\/wp\/v2\/types\/page"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ojocv.gov.et\/index.php?rest_route=\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/ojocv.gov.et\/index.php?rest_route=%2Fwp%2Fv2%2Fcomments&post=109"}],"version-history":[{"count":0,"href":"https:\/\/ojocv.gov.et\/index.php?rest_route=\/wp\/v2\/pages\/109\/revisions"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/ojocv.gov.et\/index.php?rest_route=%2Fwp%2Fv2%2Fmedia&parent=109"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}